Skip to content
Hadith TranslationsHadith translations · ترجمة الأحاديث
Hadith · 4792 · OromooSource ↗

“Amantii keenya kana keessatti waan isa keessa hin jirre namni argamsiise inni isuma irratti deebifamaadha - Hadith Translation

Aa'ishaa irraa odeeffamee -Rabbiin ishee irraa haa jaallatu- ni jette: Ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- akkas jedhan: “Amantii keenya kana keessatti waan isa keessa hin jirre namni argamsiise inni isuma irratti deebifamaadha" Bukhaari fi Muslimtu gabaasan. Akka Muslim gabaasetti: “Namni hojii amantii keenya keessa hin jirre hojjate inni isuma irratti deebifamaadha".
Narrated by
Bukharif muslim irratti waliigalan
Grade
sirrii

من أحدث في أمرنا هذا ما ليس فيه فهو رد

عَنْ عَائِشَةَ رضي الله عنها قَالَتْ: قَالَ رَسُولُ اللهِ صلى الله عليه وسلم: «مَنْ أَحْدَثَ فِي أَمْرِنَا هَذَا مَا لَيْسَ فِيهِ فَهُوَ رَدٌّ» متفق عليه. ولمسلم: «مَنْ عَمِلَ عَمَلًا لَيْسَ عَلَيْهِ أَمْرُنَا فَهُوَ رَدٌّ».

متفق عليه · صحيح

النص العربي والتخريج وجميع الترجمات

Other languages